Features Naamusa Islaamaa
Appn kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan of keessaa qaba.
bifa salphaafi ammayyaawaa taheen isiniif qophaayee jira.
kanaafuu; Namni hundi naamusoota kana barattanii akka itti dalagdan, akka wal barsiiftan isin yaadachiisna.- Naamusa salaamtaa- Naamusa teessumaa- Naamusa kadhaa Rabbii- Naamusa nyaataaf dhugaatii- Naamusa hirriibaa- Naamusa karaa deemsaaNabiin (s.a.w) akkana jedhan "Jannata hin seentan hangaamantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, Mee waan yoo isahojjattan wal jaalattan isinii himuu?
Salaamtaa heddummessaa jidduutessanitti" Muslimtu galmeesse.
Secure & Private
Your data is protected with industry-leading security protocols.
24/7 Support
Our dedicated support team is always ready to help you.
Personalization
Customize the app to match your preferences and workflow.
See the Naamusa Islaamaa in Action
Get the App Today
Available for Android 8.0 and above